Nuu Qunnamaa    +251-11-371-73 31    info@osta.gov.et                               

  • Slide Background Image
    Wal Harkaa fuudhiinsi Moosaajii Qabiinsa Ragaa Dargaggoo Fi
    Ispoortii irratti Misoomee ATSTO Fi Biiroo Dargaggootaa Fi
    Ispoortii Oromiyaa gidduutti adeemsifame
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    ATSTO raawwii hojii kurmaana 2ffaa kaafewaan saayinsii Bulchiinsa
    magaalotaa waliin Magaalaa bishoofftutii gamaaggamaa jira
  • Slide Background Image
    Sagantaa Walhubannoo hojii waliin hojjachuu ATSTO ,
    WDMSH fi MMDWSSH walii mallatteessuu
  • Slide Background Image
    Agarsiisni Tekinoloojii fi Kalaqa Kaaffee Saayinsii
    giddu gala Kaaffee Saayinsii Adaamaatti baname.
  • Slide Background Image
    Conformity Assessment activities testing inspection and certification
  • Slide Background Image
    Daayirektoreetiin Qabeenya kalaqa Sammuu
    Abbaa Taayitichaa giddu gala dandeetti kalaqaa
    fi leenjii Magaalaa Buraayyuutti hundeeffame
  • Slide Background Image
    Pirojektii deggarsa sheedii harka-qalleeyyii
    kutaa 6(jaha)qabu eebbifame
  • Slide Background Image
    Sagantaan agarsiisaa hojii kalaqaalee naannoo Oromiyaa
    Galmaa Giddugalaa aadaa Oromootti gaggeeffamaa jira

You are here

Dandeettii TQO guddifachuu qabnu

  • 08 Nov 2023
  • Posted by Anonymous (not verified)
  • 0 Comments

Teeknooloojiin dhaabbileen sirna hojii isaanii ammayyeessuun gahumsa akka argatan kan taasise ta’us, hedduun isaanii ammallee teeknooloojii guutummaatti hojiirra oolchuu hin dandeenye.

Read More

Hoggantootni fi manajimeentiin Abbaa Taayitaa Saayinsii Fi Tekinoloojii Oromiyaa /ATSTO/ Dhimmoota Ijoo karoora hojii bara 2016 tarsiimoo raawwii waliin raawwachuun qabxiilee gurguddoo armaan gadii irratti mariyachuun walii galeera

  • 09 Aug 2023
  • Posted by backwebadmin
  • 0 Comments

Isaanis

1. Hojimataa fi bu’a-qabeesummaa Tajaajila Qunnamtii Odeeffannoo (TQO) foyyesuu

2. Godinaalee fi magalootaaf deggersaa fi hordoffii tasisaamuu qabu fooyyeessuu

3. Sirna elektirooniksii mootummaa fi kenniinsa tajaajilaa cimsuu

4. Misooma bu’uuraalee dijitaalaa babal’isuu

5. Diinagdee Dijitaalaa Keessatti Hawaasa Odeeffannoo Ijaaruu

Read More

Abbaan Taayitaa Saayiinsii fi Tekinooloojii Oromiyaa dhaabbilee federaalaa "Ethiopia Metrology Institute and Ethiopian space science and Geospatial Institute" waliin ta'uun

  • 20 Dec 2022
  • Posted by backwebadmin
  • 0 Comments

Guyyaa 29/3/2015

Leenjii ATSTO

Abbaan Taayitaa Saayiinsii fi Tekinooloojii Oromiyaa dhaabbilee federaalaa "Ethiopia Metrology Institute and Ethiopian space science and Geospatial Institute" waliin ta'uun Ogeessota Raadiyoographii/MRT(Radiography / MRT) hospitaalota Naannoo Oromiyaatif Leenjii kennee jira.

Read More

Pages

NUU QUNNAMAA
  • Bilbilaa:+251-11-371-73 31
  • Fax:-+251-11-371 73 22
  • E-Mail:info@osta.gov.et
  • Website:-www.osta.gov.et
  • Postaa:-
  • Ethiopia, Oromia
Soshaal Midiiya

Copyright @2024 by Oromia Science and Technology Authority| www.osta.gov.et