Nuu Qunnamaa    +251-11-371-73 31    info@osta.gov.et                               

  • Slide Background Image
    ATSTO raawwii hojii kurmaana 2ffaa kaafewaan saayinsii Bulchiinsa
    magaalotaa waliin Magaalaa bishoofftutii gamaaggamaa jira
  • Slide Background Image
    Sagantaa Walhubannoo hojii waliin hojjachuu ATSTO ,
    WDMSH fi MMDWSSH walii mallatteessuu
  • Slide Background Image
    Agarsiisni Tekinoloojii fi Kalaqa Kaaffee Saayinsii
    giddu gala Kaaffee Saayinsii Adaamaatti baname.
  • Slide Background Image
    Conformity Assessment activities testing inspection and certification
  • Slide Background Image
    Daayirektoreetiin Qabeenya kalaqa Sammuu
    Abbaa Taayitichaa giddu gala dandeetti kalaqaa
    fi leenjii Magaalaa Buraayyuutti hundeeffame
  • Slide Background Image
    Pirojektii deggarsa sheedii harka-qalleeyyii
    kutaa 6(jaha)qabu eebbifame
  • Slide Background Image
    Sagantaan agarsiisaa hojii kalaqaalee naannoo Oromiyaa
    Galmaa Giddugalaa aadaa Oromootti gaggeeffamaa jira

You are here

Gahee Hojii  Daarektoreetii Bulchiinsaa fi Tamsaasa Beekumsaa

  • Beekumsa/Odeeffannoo Saayinsii, Teeknolojii fi Kalaqaa walitti qabuu, qindeessuu, xiinxaluu fi tamsaasuu dhaan hawaasni hubannoo fi beekumsa akka argatu gochuu

  • Siistamni kuusaa Beekumsaa “Knowledge Database” ykn “Digital Library” akka Ijaaramu/Misoomu gochuu

  • Odeeffannoo /Beekumsa Saayinsii fi Teeknooloojii walitti qabuu fi Qindeessuu Siistama “Digital Library” irratti kuufamee toora interneetiitin fayyadamtoonni akka argatan gochuu

  • Odeeffannoowwan Saayinsii,Teeknooloojii fi Kalaqaa madda adda addaa irraa walitti qabuu fi xiinxaluun kitaaba/Barruu “ORO-SAAY TEEK” irratti akka maxxanfamu gochuun hawaasa naannoof (Sekatroota Mootummaa,Manneen barnootaa,Kaaffee Saayinsii kkf) raabsuun akka dubbisanii jiruu fi jirrenya isaaniif hubannoo STK akka argatn gochuu.     

  • Odeeffannoowwan Saayinsii,Teeknooloojii fi Kalaqaa madda adda addaa irraa walitti qabuu fi xiinxaluun miidiyyaalee TV fi Raadiyoon akka tamsa’u gochuu

  •  Odeeffannoowwan Saayinsii,Teeknooloojii fi Kalaqaa madda adda addaa irraa walitti qabuu fi xiinxaluun fuula ‘facebook” fi chaanaalii “Youtube” irratti maxxansuu/Post/ gochuu

  • Saayinsii,Teeknooloojii fi Kalaqaa irratti muuxannoo fi  Beekumsa waliif hiruu /Knowledge Sharing/ akka argamuuf qaamolee adda addaa (Yuunivarsitoota,Giddu Galawwan Qorannoo fi dhaabbilee Federaalaa ) wajjin qindoomina/partnership/uumuun muuxannoo fi beekumsa argame faayidaa naannoof akka oolu ni hojjeta

  • Yuunivarsitoota fi Giddu Galawwan Qorannoo wajjin qindoomina/partnership/ uumuun  beekumsa qe’ee irratti qorannoo gaggeessuun bu’aa argame faayidaa hawaasaaf  akka oolu ni hojjeta

NUU QUNNAMAA
  • Bilbilaa:+251-11-371-73 31
  • Fax:-+251-11-371 73 22
  • E-Mail:info@osta.gov.et
  • Website:-www.osta.gov.et
  • Postaa:-
  • Ethiopia, Oromia
Soshaal Midiiya

Copyright @2024 by Oromia Science and Technology Authority| www.osta.gov.et