Nuu Qunnamaa    +251-11-371-73 31    info@osta.gov.et                               

  • Slide Background Image
    ATSTO raawwii hojii kurmaana 2ffaa kaafewaan saayinsii Bulchiinsa
    magaalotaa waliin Magaalaa bishoofftutii gamaaggamaa jira
  • Slide Background Image
    Sagantaa Walhubannoo hojii waliin hojjachuu ATSTO ,
    WDMSH fi MMDWSSH walii mallatteessuu
  • Slide Background Image
    Agarsiisni Tekinoloojii fi Kalaqa Kaaffee Saayinsii
    giddu gala Kaaffee Saayinsii Adaamaatti baname.
  • Slide Background Image
    Conformity Assessment activities testing inspection and certification
  • Slide Background Image
    Daayirektoreetiin Qabeenya kalaqa Sammuu
    Abbaa Taayitichaa giddu gala dandeetti kalaqaa
    fi leenjii Magaalaa Buraayyuutti hundeeffame
  • Slide Background Image
    Pirojektii deggarsa sheedii harka-qalleeyyii
    kutaa 6(jaha)qabu eebbifame
  • Slide Background Image
    Sagantaan agarsiisaa hojii kalaqaalee naannoo Oromiyaa
    Galmaa Giddugalaa aadaa Oromootti gaggeeffamaa jira

You are here

Gahee Hojii fi  Hojjiwwaan Gurguddoo  Daayireektoreetii Ijaarsa Dandeettii Saayinsii fi Teekinoloojii  raawatu

  1. Fedhii maamilaa  sassaabuu, qindeessuu  Ragaalee adda baasuu fi sadarkaadhan kaa’uu

  2. Carraalee leenjii fi Barnoota , hubannoo fi dandeettii saayinsii fi teekinoloojii mijeessuu fi qiqindeessuu,

  3. Qajeelfamoota     bulchiinsaa fi hundeeffama wirtuulee saayinsii fi teekinoloojii Qindeessuu

  4. Misoomaa fi kenna tajaajila Wirtulee saayinsii fi teekinoloojii gaggeessuu

  5. Dandeettii itti fayyadama      Saayinsii fi Teeknooloojii  akka dabalu hojjechuu 

  6.   Karoora  Daayireekteerotichaa  kan yeroo dheeraa fi gabaabaa qopheessuu

  7. Yuunivarsiitota, dhaabbilee teekinikaa fi ogummaa, dhaabbilee oomishaa fi kkf faana hariiroo tarsiimo’aa waliin hojjechiisuu dandeessisu   diriirsuu, Qindoomina uumameen, deeggarsa meeshaalee, maallqaa, teekinikaa fi deeggarsa barnoota iskoolaarshiippii naannicha keessatti mijeessuu,

  8. Walitti dhufeenya yuunivarsiitii fi industirii (university industry linkage) mijeessuun hordoffii walitti fufiinsaan cimsuu,

  9. Dhaabbilee BLTO, IMX, dhaabbilee oomishaa fi dhaabbilee qorannoo fi qo’annoo walitti fiduun cehumsa teekinoloojii fi hojiilee ijaarsa dandeettii tiif haala mijataa uumuu,

  10. Wiirtulee saayinsii fi teekinoloojii (Kaaffee saayinsii, inkubeeshinii TQO fi Saayinsii fi teekinoloojii   Hundeeffaman   fi kkf) akka cimaniif deeggarsa maallaqaa, leecaaloo fi ogummaa taasiisuu, qaamolee ilaallatu waliin abbummaan hojjechuu,

  11. Qajeelfamootaa hundeeffamaa fi hojii irra oolmaa bu’uuraalee misoomaa dhaabbilee saayinsii fi teekinoloojii qopheessuu,

  12. Gumiileen saayinsii fi kalaqaa manneen barnootaa keessatti akka hundeeffamaniif qaamota dhimmi ilaallatu waliin qindoominaan hojjechuu, Gumiin saayinsii fi kalaqaa akka ciman gochuuf deeggarsa ogummaa,maallaqaa, ogummaa fi leecaaloo akka taasifamu gochuu,

  13. Manneen hojii naannichaa keessatti Hojii irra oolmaa imaammata saayinsii, teekinoloojii fi kalaqaa hordofuun mirkaneessuu

  14. Hojiilee adeemsichaa kan qaama ilaallatu faana qindoominaan hojjechuu,yadama saayinsii fi teekinoloojii dabale

  15. Gabaasa raawwii  Daayireekterotichaa  yeroo, yeroodhaan  qopheessuu fi qaama ilaallatuuf nidhi’eessa,          

                                Caffe Science all 

                     Qajeelfama Raawwii leenjii ST

 

NUU QUNNAMAA
  • Bilbilaa:+251-11-371-73 31
  • Fax:-+251-11-371 73 22
  • E-Mail:info@osta.gov.et
  • Website:-www.osta.gov.et
  • Postaa:-
  • Ethiopia, Oromia
Soshaal Midiiya

Copyright @2024 by Oromia Science and Technology Authority| www.osta.gov.et