Nuu Qunnamaa    +251-11-371-73 31    info@osta.gov.et                               

  • Slide Background Image
    ATSTO raawwii hojii kurmaana 2ffaa kaafewaan saayinsii Bulchiinsa
    magaalotaa waliin Magaalaa bishoofftutii gamaaggamaa jira
  • Slide Background Image
    Sagantaa Walhubannoo hojii waliin hojjachuu ATSTO ,
    WDMSH fi MMDWSSH walii mallatteessuu
  • Slide Background Image
    Agarsiisni Tekinoloojii fi Kalaqa Kaaffee Saayinsii
    giddu gala Kaaffee Saayinsii Adaamaatti baname.
  • Slide Background Image
    Conformity Assessment activities testing inspection and certification
  • Slide Background Image
    Daayirektoreetiin Qabeenya kalaqa Sammuu
    Abbaa Taayitichaa giddu gala dandeetti kalaqaa
    fi leenjii Magaalaa Buraayyuutti hundeeffame
  • Slide Background Image
    Pirojektii deggarsa sheedii harka-qalleeyyii
    kutaa 6(jaha)qabu eebbifame
  • Slide Background Image
    Sagantaan agarsiisaa hojii kalaqaalee naannoo Oromiyaa
    Galmaa Giddugalaa aadaa Oromootti gaggeeffamaa jira

You are here

Hojiiwwan Akka Daay. To’annoo fi Itti Fayyadama Teekinoolojii Balaqqeetti Hojjetaman

Daayirektoreetiin To’annoo fi Iti Fayyadama Teekinoloojii Balaqqee Caaseeffama Abbaa Taayitaa Saayinsii fi Teekinoloojii Oromiyaati dame ce’umsaa Teekinoloojii keessaa isaa tokkoo yemmu ta’u garee lama kan of
jalati qabuu fi garee tokkoffaan To’annoo fi Duuka bu’iinsa Balaqqee fi garee lamaffaaPn Itti fayyadama teekinoloojii Balaqqeeti.
◦ Hojii ijoon labsiidhan kallattin daayirektoreetii kanaaf kenname “Hojiiwwan himmoota balaqqee(radiation) naannicha keessatti gaggeeffamu ol’aantummaadhaan ni to’ata; hojii irra oolmaa isaas ni hordofa” kana
ka’umsa gochuudhan hojiiwwan daayirektoreetii kanaa: -

  • Dhimma Balaqqee irratti hawaasa garaagaraf hubannoo laata;
  • Qo’annoo fi Qorannoo madden balaqqee irratti gaggeessun bu’aa irratti hunda’uun kallatti ka’a;
  • Meeshaalee madda balaqqee/ balaqqee maddisiisan qaamni itti fayyadamuu barbaade dursa heeyyama fi ulaagaa barbaachisaa ta’ee guutachuuisaa mirkaneessa;
  • Inispeekshinii meeshaalee namtolchee madda balaqqee/ balaqqee maddisiisan irratti gaggeessun, bu’aa isaa irratti hunda’uun tarkaanfii sirreffama ni fudhata;
  • Meeshaalee madda balaqqee ta’an kan tajaajila isaanii xumuran akkaata itti dhabamsiifamanii, iddoo ka’aman fi itti to’ataman irratti ni hojjeta

       Qabiyyee HOJII daay. Balaqqee

NUU QUNNAMAA
  • Bilbilaa:+251-11-371-73 31
  • Fax:-+251-11-371 73 22
  • E-Mail:info@osta.gov.et
  • Website:-www.osta.gov.et
  • Postaa:-
  • Ethiopia, Oromia
Soshaal Midiiya

Copyright @2024 by Oromia Science and Technology Authority| www.osta.gov.et