Hoggantootni fi manajimeentiin Abbaa Taayitaa Saayinsii Fi Tekinoloojii Oromiyaa /ATSTO/ Dhimmoota Ijoo karoora hojii bara 2016 tarsiimoo raawwii waliin raawwachuun qabxiilee gurguddoo armaan gadii irratti mariyachuun walii galeera
Isaanis
1. Hojimataa fi bu’a-qabeesummaa Tajaajila Qunnamtii Odeeffannoo (TQO) foyyesuu
2. Godinaalee fi magalootaaf deggersaa fi hordoffii tasisaamuu qabu fooyyeessuu
3. Sirna elektirooniksii mootummaa fi kenniinsa tajaajilaa cimsuu
4. Misooma bu’uuraalee dijitaalaa babal’isuu
5. Diinagdee Dijitaalaa Keessatti Hawaasa Odeeffannoo Ijaaruu




