Nuu Qunnamaa    +251-11-371-73 31    info@osta.gov.et                               

  • Slide Background Image
    Wal Harkaa fuudhiinsi Moosaajii Qabiinsa Ragaa Dargaggoo Fi
    Ispoortii irratti Misoomee ATSTO Fi Biiroo Dargaggootaa Fi
    Ispoortii Oromiyaa gidduutti adeemsifame
  • Slide Background Image
  • Slide Background Image
    ATSTO raawwii hojii kurmaana 2ffaa kaafewaan saayinsii Bulchiinsa
    magaalotaa waliin Magaalaa bishoofftutii gamaaggamaa jira
  • Slide Background Image
    Sagantaa Walhubannoo hojii waliin hojjachuu ATSTO ,
    WDMSH fi MMDWSSH walii mallatteessuu
  • Slide Background Image
    Agarsiisni Tekinoloojii fi Kalaqa Kaaffee Saayinsii
    giddu gala Kaaffee Saayinsii Adaamaatti baname.
  • Slide Background Image
    Conformity Assessment activities testing inspection and certification
  • Slide Background Image
    Daayirektoreetiin Qabeenya kalaqa Sammuu
    Abbaa Taayitichaa giddu gala dandeetti kalaqaa
    fi leenjii Magaalaa Buraayyuutti hundeeffame
  • Slide Background Image
    Pirojektii deggarsa sheedii harka-qalleeyyii
    kutaa 6(jaha)qabu eebbifame
  • Slide Background Image
    Sagantaan agarsiisaa hojii kalaqaalee naannoo Oromiyaa
    Galmaa Giddugalaa aadaa Oromootti gaggeeffamaa jira

You are here

Daarektooreetii   “E-Government

  1. Karoora hojii adeemsichaa yeroo dheeraa fi gabaabaa ni qopheessa

  2. Wiirtuu Daataa mootummaa Naannoo manneen hojii  waliin itti fayyadaman abbummaadhaan ni bulcha, ni to’ata.

  3. Tajaajiloota elektirooniksii /e-services/ wiirtuu daataa /mail-service,internet/ fi appilikeeshinoota adda addaa ni kenna; haala ni mijeessa;

  4. Manneen hojii mootummaa sadarkaa sadarkaan jiran tajaajila viidyoo konfiransii “Point to point” fi “Multi point” akka fayyadaman gochuun tajaajilli mootummaa saffisaa,haqa qabeessa fi baasii qusate akka jiraatu ni taasisa;

  5. Manneen hojii mootummaa tajaajilotaa fi odeeffannoo mana hojii isaanii ummataaf beeksisuu ykn ibsuuf weeb poortaalii akka fayyadaman ni deeggera; marsariitii mana hojii isaanii “Host” akka taasisanii fi hojii “Domain Naming”  qaama dhimmi ilaallatu wajjin ni hojjeta;

  6. Leeccalloowwan TQO/ICT Resources/ manneen hojii mootummaa waliin ittii fayyadaman  nageenyi isaanii kan eegame ta’uu isaa ni mirkaneessa; yoo miidhaan irra gahees qaama dhimmi ilaallatu waliin walta’anii furmaata hatattamaa ni barbaada;

  7. Leeccalloowwan TQO/ ICT Resources/ fi tajaajiloota elektirooniksii /e-services/ bulchuu, suphaa fi suphiinsa dursaa/preventive maintenance/ raawwatamuu isaa ni mirkaneessa; ni hooggana.

  8. Meeshaaleen jibaajii /Hardware/ wiirtuu daataa / Data Center ICT Equipments/ hojjechuu isaanii guyyaa guyyaan ni too’ata; humna ibsaa/power/, AC/Air Conditioner/,UPS tajaajila kennaa jirachuu ni hordofa;

  9. Sararri “Broadband” wiirtuu daataa qaqqabuu isaa ni mirkaneessa; yoo rakkoon jiratee qaama dhimmi ilaallatuuf ni gabaasa;

                                                                   Buusuu

NUU QUNNAMAA
  • Bilbilaa:+251-11-371-73 31
  • Fax:-+251-11-371 73 22
  • E-Mail:info@osta.gov.et
  • Website:-www.osta.gov.et
  • Postaa:-
  • Ethiopia, Oromia
Soshaal Midiiya

Copyright @2024 by Oromia Science and Technology Authority| www.osta.gov.et