Qindoomina Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa fi ATSTO waliin
Qindoomina Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa fi ATSTO waliin ta'uun Ogeessota X_Reyii irra hojjetan Hospitaalota Oromiyaa garaa garaa irraa argamuun dhimma To'annoo fi Itti fayyadama Tekinoloojii Balaqqee irratti Leenjii fudhatan. Kaayyoo guddaa leenjichaa miidhaa, faayidaa, Maddeen Balaqqee fi maloota ittiin miidhaa Balaqqee xiqqeessan irratti Leenjiin kennameera.
Guyyaa10/06/2014
Finfinnee