Manualii Naamusa Qorannoo Naannoo
Abbaan Taayitaa Saayinsii fi Tekinoloojii Oromiyaa manualii naamusa qorannoo naannoo qopheessuun mirga, nageenya, soona hirmaattota qorannoo eegsisuu fi hirmaattota balaa irraa eeguudhaan, bu'aa ykn faayidaa fi wal-qixxumman namaa ykn hawwaasaa akka mirkanaa'u taasisuuf koree naamusa qorannoo naannoo waliin irratti mari'atameera.