Leenjii Hubannoo Uumuu fi Gabaasa Raawwii

  • 13 Feb 2024
  • Posted by backwebadmin
  • 0 Comments

Leenjiin hubannoo uumuu fi gabasaa Rawwii nageenyumaa Kenna Tajaajila e-sarvisii/government Naannoo kallattiwwaan  strategic, tactical and operation cyber security ta'een Hooggansa ol'aanoo fi Maanejimantii Abbaa Taayitaa Saayinsii fi Tekinoloojii Oromiyaa(ATSTO) Dhaabbata INSA waliin leenjiin hubannoo uumuu kennameera. 

Kaayyoon isaa inni guddaa, hubannoo, gama nageenyummaa/ cyber security, security Risk assessment/tiin jiru hoggansaa fi miseensota Management biratti hubannoo waaltawaa uumuun, kallatii nageenyuma/cyber  security/ tajaajiltoota Mootummaa bu'uralee fi hawaasa biratti jarraa dijitalazeeshinii Kan keessatti hubannoon akka uumamu fi of eegannon akka raawatamudha.

 Akkasumas poolici fi strateejiin isaa akka qopha'uuf kallaattiin gara fulduraa murteessuf, operation cyber security Risk assessment gabasaa isaa ilaalun kallatiin fulduraa ka'amee jira.