Hojiiwwan Akka Daay. To’annoo fi Itti Fayyadama Teekinoolojii Balaqqeetti Hojjetaman
◦ Daayirektoreetiin To’annoo fi Iti Fayyadama Teekinoloojii Balaqqee Caaseeffama Abbaa Taayitaa Saayinsii fi Teekinoloojii Oromiyaati dame ce’umsaa Teekinoloojii keessaa isaa tokkoo yemmu ta’u garee lama kan of
jalati qabuu fi garee tokkoffaan To’annoo fi Duuka bu’iinsa Balaqqee fi garee lamaffaaPn Itti fayyadama teekinoloojii Balaqqeeti.
◦ Hojii ijoon labsiidhan kallattin daayirektoreetii kanaaf kenname “Hojiiwwan himmoota balaqqee(radiation) naannicha keessatti gaggeeffamu ol’aantummaadhaan ni to’ata; hojii irra oolmaa isaas ni hordofa” kana
ka’umsa gochuudhan hojiiwwan daayirektoreetii kanaa: -
Copyright @2024 by Oromia Science and Technology Authority| www.osta.gov.et